Lyrics
Yeah… yeah… Golden Biyyaanfid! From Oromiyaa to the world 🌍 This is my song…
Hundumarraa adda
Bareenni fuulakee (oh yeah!)
Biyyatu ragaadha
Haalaaf amalakee (mmh!)
Soorata qalbiiti
Jechoonni afaankee
Tolchee babbareechee
Sii uume waaqnikee (yaa Rabbi!)
Yaa Bareedduu Tiyyaa (oh-oh!)
Amalli kee gaarii (yeah-yeah!)
Gaarishoo amala (mmh!)
Haalli keetuu (oh yeah!)
Hedduu namatti tolaa (woo!)
Bar Tottolchee si uumee (oh my!)
Hunda qaama keetii (yeah!)
Qeensa miilaatirraa (oh-oh!)
Hanga rifeensaattii
Addunyaarra hin jirtu
Qashtiin akka teeti (no-no!)
Yaa urjii halkanii (woo-oh!)
Fuulli kee ni ifa (shine!)
Rifeensi kee dheraa
Iji kee daawwitii (oh yeah!)
Mallaan tee buskuta (mmh-mm!)
Addeenyii ilkeen tee (oh!)
Hancabbiidha caalti
Kolfi kee mi'aawaa (sweet!)
Sagaleen kee sirbaa (sing it!)
Onnee namaa seenta (yeah!)
Haala gaarii qabdaa (mmh!)
Jechi kee annaanii (oh-oh!)
Haasawni kee nii mi’aawaa (woo!)
Deemsi kee bareedaa (oh yeah!)
Uumamaan siif kenne (yaa!)
Yaa Boontuu Oromoo (Oromiyaa!)
Tan iftu fagoorraa (shine on!)
Urgaan qaama keetii (woo-oh!)
Halaalaa si yaamti (mmh!)
Qamaafi qalbbiin koo
Bar hoguu si bira (stay close!)
Atibar naaf addaa (oh-oh!)
Naaf caalta hundumaa (yeah!)
Gammachiiftu onnee (woo!)
Buhaarsitu qalbii
Yaa nadhii walalaa (oh my love!)
Mandarina tiyya (sweet!)
Qalloo mudhii soonsaa (woo-oh!)
Bareediinii kan Kee
Onnee koo NAA rasaa (oh yeah!)
Hundaan guutuu godhees
Rabbii sii badhaasee (yaa Rabbi!)
Seeqni kee qabbanaa
Gorarii kee dammaa (sweet love!)
Hidhiin tee timiraa (oh-oh!)
Dhaabbattuu mullatta
Deemtu unkaa toltaa (yeah-yeah!)
Anii Golden Biyyaanfid (yeah yeah!)
Hedduun si jaaladha (I love you!)
Bareedduu Oromoo (woo-oh!)
This song was made with StarSinger
Describe a person or a moment in a few words. StarSinger writes the lyrics and sings it.
FAQ
Who made "Hundumarraa adda"?
"Hundumarraa adda" was made by @glossy_drumline_84 on Star Singer, where anyone can write and sing an original song with AI.
What genre is Hundumarraa adda?
Hundumarraa adda is Pop.
Can I listen to "Hundumarraa adda" for free?
Yes. "Hundumarraa adda" streams free on Star Singer — no subscription required. You can also make your own: one AI song a day is free, extra songs with a lyric video are $1.99, a lip-synced music video starring you is $19.99, and cinematic videos start at $2.99.
Can I create my own AI song?
Yes. Star Singer lets you create AI-generated songs and music videos. Clone your voice, pick any style, and generate original music. Listening is free and unlimited, and one song a day is free to make — no subscription.
Thanks — this has been sent to our review team.